Link to home pageLanguagesLink to all Bible versions on this site
134
Waaqa Leellisa'a
Faaruu Ittiin Ol Bayanu
1 Isin tajaajiltooti Mootii Waan Maraa marti,
worri halkan
Galma Mootii Waan Maraa keessa tajaajiltanu,
Mootii Waan Maraa leellisa'a!
2 Addee Woyyittii keessatti
harka keessan ol kaasa'aa,
Mootii Waan Maraa leellisa'a!
 
3 Mootiin Waan Maraa
ol-gubba'aa fi lafa dade,
Xiyoon keessaa isin eebbisu ti!

<- Kitaaba Faaru'uu 133Kitaaba Faaru'uu 135 ->